Barbaacha Gannaa sagantaa barnoota gannaa waggaa waggaan qopheessinu, kan namoota umurii hundaaf ta’uudha. Sochiiwwan ofii keetiin xumuruudhaan ykn taateewwan addaa Barbaacha Gannaa irratti hirmaachuudhaan, iskuweerota kaardii hordoffii sochii keetii guuti. Sana booda, badhaasa argachuuf kaardii hordoffii kee gara Mana Kitaabaa fidii!
Barbaachi Gannaa bara 2026 xumurameera. Hundi keessan nu waliin Barbaacha irratti hirmaattaniif galatoomaa!
Ijoolleen hundi galmee hordooffii isaanii bara 2026 guutanii xumurun maxxansa bilisaa, kitaabota, akkasumas tikeetii guyyaa bashannanaa PlayDate SEA irratti argachuuf, dabalataanis damee naannoo isaanii jiru keessatti Keenyaan irratti namoota beekamoo waliin ta'uuf carraa qabu!
IIjooleen Umurii Kurnanii galmee hordoofii isaanii 2026 xumuran koochoo lafee hin qabnee bilisaa 5 Wingstop tti argatu! Akkasumas, kaardii kennaa gara Friends of the Library Shop tti mo'achuf, maxxansa bilisaa fi damee naannoo isaanii jiru keessatti Keenyaan irratti namoota beekamoo waliin ta'uuf carraa argachuuf keessa galaniiru.
Maaliif bashannana hunda ijoollee qofaaf dhiisna? Ga'eesotnis galmee hordooffi sochii fi badhaasawwan mataa isaanii qabu! Ga'eesotni galmee hordooffi isaanii bara 2026 xumuraniis kaardii kennaa gara Friends of the Library Shop tti mo'achuuf, akkasumas Kobo e-readers shan keessaa tokko mo’achuuf dabalataanis, maxxansa bilisaa argachuu fi damee naannoo isaanii jiru keessatti Keenyaan irratti namoota beekamoo waliin ta'uf keessa ni seenu.
Deeggersa kan godhee The Seattle Public Library Foundation dha.