Hojiin kee itti aanu akkamitti akka hojjetu

Step 1

Bilbilaan yookiin emailiin nu quunnamaa.

Step 2

Beellama saganteessuf si dubbisna.

Step 3

Leenjii hojii fi hojii irrat Nama Afaan Oromoo dubbatu waliin daqiiqaa 30-60 wal argita.

 

Maaloo nuti gaaffilee waa'ee iyyatawwan hojii-dhabdummaa Qajeelcha Wabii Qacarrii (Employment Security Department) kutaa biyya Waashingtaniin duurfamanii iyyatamaniif deebii deebisuu akka hin dandeenye hubadhu.

Nu quunnamaa

Imeelii nuuf ergaa odeeffannoo armaan gadii itti dabalaa.

  • Maqaa
  • Maqaa akaakayyuu
  • Lakkoofsa bilbilaa
  • Maal akka isin gootan kan nuyi akka isin gargaarru feetan? (Hoji-dhabdummaa irraa eegalaa, hojii barbaadaa, Ragaa calaqqee ogummaa, xalayaa/ gargaartuu af-gaaffii, ogummaa hojii haaraa barachuu yookiin kanneen biroo)
  • Bakka jireenyaa Americans with Disabilities Act (ADA) beellama keessan dhaqqabamaa gochuu feetuu?

Imeeliidhaan nu quunnamaa

Yoo beellama qabachuuf bilbilaan nu qunnamuu barbaaddan maaloo 341-206-4721 bilbilaa.

Odeeffanoo isin kennitan icciitii waan ta'eef hojjetoota kallatiin saganticha irratti hojjetaniin ala bahee hin qoodamu.

Sagantaan Your Next Job jedhamu kun Seattle Jobs Initiative, Puget Sound Welcome Back Center, fi Building Our Bridge waliin ta’uun kan dhiyaatudha.

Geessituuwwan Walqabatan